Yaa’iqoob Tamasgeeniin
(2019)
Kaayyoon qorannoo kanaa garaagarummaa saalaa dandeettii fi ilaalcha dubbisuu
barattoota sadarkaa lammaffaa Magaala Jimmaa xiinxaluun ibsuudha. Haaluma kanaan,
dandeettii fi ilaalcha dubbisuu barattootaa fi garaagarummaa ...