Raggaasaa Baayisaa Hurrisaa; Iristee Akkawaak; Abdusalaam Abbaa Olii
(2016-08)
Matadureen qorannoo kanaa 'Xiinxala ergaa Afwalaloo Oromoo Finfinneen walqabatanii
dhiyaatan' kan jedhu yommuu ta'u, ka'umsi qorannoo kanaas,ergaa afwalaloowwan Oromoo
Finfinneen walqabatanii dhiyaatan funaanamuun ...