Nagaasaa Dinqaa Qana‟aa; Alamituu Olii; Cimdii Waaqumaa
(2022-06-27)
Kaayyoon qorannoo kanaa xiinxala ergaa geerarsa daboo godina Jimmaa Aanaa
Sokorruurratti kan xiyyeeffatedha. Ka’umsi qorannichaa qabiyyeefi faayidaan geerarsa daboo
hojii irratti xiyyeeffatan maal maal akka ta’an ...