Aiimaa Abbaa Fiixaatiin; Alamaayyoo Faqqadaa; Namarraa Kabbadaa
(2023-11-06)
Qorannoon kun sakatta’a mala qindaa’inaan dandeettiwwan afaanii barsiisuu manneen
barnootaa mootummaa magaalaa Jimmaa Saxoo Samroofi Gadaa sadarkaa 2ffaa keessatti kan
gaggeeffamedha. Kaayyoon qorannoo kanaa sakatta’a ...