Qajeelaa Magarsaatiin; Tashoomaa Balaayinaa; Namarraa Kabbadaa
(2024-08-27)
Qorannoon kun mata duree“Qaaccessa dhiyaannaa gilgaala jechootaa kitaaba baratttootaa Afaan
Oromoo kutaa 10ffaa” irratti xiyyeffata. Kaayyoon gooroon qorannoo kanaa dhiyaannaa gilgaala
jechaa kitaaba Afaan Oromoo ...