Taaddalech Qananii; Cimdii Waaqumaa; Birhaanuu Damee
(2024-03-27)
Qorannoon kun Moggaasa Maqaa Dhuunfaa Oromoo: Haala Bara Dargiifi Sana Booda jedhu xiinxaluu
irratti xiyyeefatee kan geggeefamedha. Sababni Kaayyoon kun xiyyeeffatameefis, dhiibbaaleen
miidhaa gama siyaasaafi amantaan ...