Birhaanee Lachiisaa; Iristee Akkawaaq; Taaddasaa Hirphaa
(2024-11-11)
Ogbarruun hojii kalaqaa bifa barreeffamaafi afoolaatiin mul’atu ta’ee, jechootatti dhimma
bahuun waa’een jireenya namaa namaan qindaa’ee deebi’ee namaaf kan dhiyaatudha.
Asoosamni hojiilee kalaqaa keessaa tokko ta’ee ...