Taakkalaa Hordofaa; Alamaayyoo Faqqadaa; Mahaadii Hasan
(2024-08-06)
Qorannoon kun kan gaggeeffame Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibee mana barumsaa Ifa
Akkoo sadarkaa lammaffaa irrattidha. Qorannoon kun xiinxala dandeettii keeyyata barreessuu
barattoota kutaa 11ffaa mana barumsaa Ifa Akkoo ...