Masgabuu Olumaa; Alamaayyoo Faqqadaa; Taakkalee Taakkalee Gammachuu
(2023-06-18)
Kaayyoon qorannoo kanaa inni guddaan Xiinxala hojiirra oolmaa adeemsa baruufi barsiisuu
barataa giddu-galeessa godhate kan Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Atinaagoo kutaa10ffaa
xiinxaluudha. Adeemsa hojiirraa oolmaa ...