Taarikuu Dhinsaa Jabeessaa; Taayyee Guddataa; Abdusalaam Abbaa Olii
(2024-09-11)
Qorannoon kun kan geggeeffame xiinxala ergaa sirboota Oromoo baroota 2021-2022tti bahan
haala walqabaatinsa siyaasa Oromoo irratti kan xiyyeeffatudha. Haaluma kanaan, qorannoon
kun kan xiyyeeffatu sirboota Nuti maal ...