Jimma University Open access Institutional Repository

Xinxala Carraafi Danqaa Barnoota Afaan Oromoo Magaalaa Finfinnee Keessatti

Show simple item record

dc.contributor.author Sannaayit Galaaniin
dc.contributor.author Alamaayyoo Faqqadaa
dc.contributor.author Tashoomaa Balaayinaa
dc.date.accessioned 2025-11-05T13:06:49Z
dc.date.available 2025-11-05T13:06:49Z
dc.date.issued 2024-05-27
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/10040
dc.description.abstract Qorannoon kun kan gaggeeffame mata duree xiinxala carraa fi danqaa barnoota Afaan Oromoo Bulchiinsa magaalaa Finfinnee yoo ta‟u kaayyoon qoranichaas carraa fi danqaa barnoota afaan Oromoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee adda baasuun beekuu dha.Qorannichaas bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessatti kan gaggeeffame yemmuu ta.u.c arraanfidanqaabarnoota afaan OromooBulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessatti mul‟atan keessaa kutaa magaalaa Lammii kuraa mana barumsaa lama irratti yemmuu ta‟u ,isaanis mana barumsaa Gaaraa guurii sad.1ffaa fi Eekkaa Abbaadoo sad.ffaa keessatti dha. Sakkat ta‟a barruu keessatti carraafi danaqaawwan adda baasuun taa‟anii jiru. Saxaxni qoranichaas ifatti taa‟anii jiru.kaayyoo kana galmaan ga‟uuf meeshaan ragaan ittiin funaananame afgaaffi dawwannaadhaan barsiisota, dura bu‟aa mana barumsaa,GMBfi supervayizaroota irraati. Malli odeeffannoo ittiin funaaname immoo mala akkamtaati kunis ibsaan dhiyaatee. Itti aansuunis xiinxallifi ibsi ragaalee bal‟inaan itti kennamee jia. Isaaniis tokko tokko qabxilee carraa barnoota Afaan Oromoo bulchiinsa magaalaa Finfinnee ta‟a jedhamee yaadame irratti taasifameera.Argannoon argames qabxiillee lamaan carraafi danqaa irratti adda baafamuun taa‟eera.Gama carraan mirga uumaan oromoo kan kenneef afaan isaan akka baratu ta‟eera.Gama danqaan immoo garee jibbaa sabichaa qabaniin danqaan afaan Oromoo baay‟een akka jiru hubatameera. cuunfaa ,goolabaafi yaada furmaataa itti kennamee jira. Walumaagalli Carraafi danqaa Bulchiinsa Magaagaa Finfinnee akka agarsiisutti wantootni akka carraafi danqaatti taa‟an jiran hedduu ta‟uu isaa ti.Isaan keessaa inni gurguddaafi hangafaa gama siyaasaa, dinagdeefi hawaasummaan ta‟uu isaa bal‟inaan ibsiteetti. en_US
dc.language.iso other en_US
dc.title Xinxala Carraafi Danqaa Barnoota Afaan Oromoo Magaalaa Finfinnee Keessatti en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account