Fiqree Daggafaa Wadaajoo; Iristee Akkawaak; Taayyee Guddataa
(2016-08)
Kaayyoon qorannoo kanaa asoosama „Dhabsuu Seenaa‟ fayyadama afaanii irratti
xiyyeeffachuun xiinxaluu yoo ta‟u,qorannaan asoosama kana irratti mata duree kanaan
taasifame hin jiru.Dhimma kana irratti qorannoon gegggeeffamuu ...