Iteenesh shigux; Tashoomaa Balaayinaa; Taayyee Guddataa
(2014)
Kaayyoon qorannoo kanaa,hanqina dandeettii dhamjechoota hirkatoo barnoota Afaan Oromoo barattoota kutaa 11ffaa keessatti argaman dandeettii isaanii fooyyeessuuf sakkata’uun adda baasuudha.Qorannichaaf ka’umsa kan ta’e ...