Zumaraa Abbaa Maccaa; Eristee Akkawaaq; Yeshii Ittichaa; Cimdii Waaqumaa
(2024-11-07)
Qorannoon kun mata duree“Xiinxala dandeettii barreessuu barsiisota Afaan Oromoo manneen
barnoota sadarkaa tokkoffaa kutaa 5-8 ” yeroo ta’u, bakki inni irratti adeemsifame ammoo godina
Jimmaa Aanaa Qarsaati.Qorannoo ...