Jimma University Open access Institutional Repository

Xiinxala Unkaa Fi Hiika Walaloo Sirba Arrabsoo Cidhaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa

Show simple item record

dc.contributor.author Abboomaa Bayyanaa Galata
dc.contributor.author Eebbaa Tarreessaa
dc.contributor.author Iristee Akkawaaq
dc.date.accessioned 2022-03-01T13:36:01Z
dc.date.available 2022-03-01T13:36:01Z
dc.date.issued 2021-01-06
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/6568
dc.description.abstract Kaayyoon qorannichaa unkaa fi hiika sirba arrabsoo cidhaa kallattii caasaa afaaniin xiinxaluudha. Unka caasaalee afaanii dhamsaga,jecha,gaalee fi ciroo sirba kana keessatti hojiirra oolan adda baasuun ibsuu. Hiika ilaalchisee immoo hiika jechootaa isaaniin hiika faallaa, hammattuu ,dursaa, yeroo hunda dhugaa, tajaajilaa faa hanga hiika keeyyataatti jiru ibsuu. Mala qorannoo ibsaa akkamtaa gargaaramuun Godina Horroo Guduruu Wallagga aanaalee 12 keessaa mala akkayyoon aanaalee 4 filataman(Jimmaa Raaree,Jimmaa Gannat, Horro, Guduruu) keessaatti meeshaalee odeef annoo afgaaf iifiragaalee sakatta’uun ragaa argame walitti qabuun qindaa'e xiinxalameera.Meeshaalee kanneen gargaaramuun odeef annoo ogeessota irraa dhimma xiinqooqaa irratti akkasumas immoo hawaasafdhimma walaloo sirbaa irratti gaaf ilee dhiyeessee xiinxaluun argannoon ijoo ibseera. Argannoon kunis unkaa seera afaanii kan sagalee,kan jechaa (latiilee of danda’oo fi hirkatoo) unka uumamtee yaasaa,suphuu fi tishoon kan mul’atan akkasumas unka ciroo hirkataa fi ofdanda’aa ykn himoota gaggabaaboo achi keessatti mul’atan seera afaanichaa eegani kan dhiyaatan ta'uun adda baheera. Sirbi arrabsoo hiika caasaa afaanii hiika faallaa,hammattuu,yaada yeroo hunda dhugaa,hiika dursaa,tajaajilaa,hiika heddee faa walaloo sirba kana keessatti tajaajila guddaa kan kennaan ta’uu xiinxalameera.Hayyoonni xiinqooqaa walaloo sirbaa kana gadi fageenyaan qorachuun gumaacha isaanii bahuu qabu en_US
dc.language.iso en_US en_US
dc.title Xiinxala Unkaa Fi Hiika Walaloo Sirba Arrabsoo Cidhaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account