Jimma University Open access Institutional Repository

Qaaccessa Qabiyyee Afwalaloo Namoota Bebbeekamoo Aanaa Jimmaa

Show simple item record

dc.contributor.author Mangistuu Ashabbir Hordofaa
dc.contributor.author Taayyee Guddataa
dc.contributor.author Iristee Akkawaaq
dc.date.accessioned 2022-03-07T09:14:36Z
dc.date.available 2022-03-07T09:14:36Z
dc.date.issued 2021-01-06
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/6592
dc.description.abstract Qorannichi kan geggeef ame, ‘Qaaccessa Qabiyyee Afwalaloo Namoota Bebbeekamoo Aanaa Jimmaa Arjoo’ irrattiidha. Ka’umsi isaas, afwalaloowwan namoota bebbeekamoo aanicha keessatti beekamoo ta’an carraa qorannoo dhabuun beekumsa afaaniitiin daddarbaa ture irraanfatamaa waanjiruuf gara barreef amaatti jijjiiruun beeksisuufi jajjabeessuun dhaloota dhufuuf ittifufiinsa akka qabaatu taasisuudha. Kaayyooleen qorannichaas; Afwalaloowwan namoota beekamoo turan maal maaliin akka beekaman walitti qabuun addeessuu. Yaadxinni qorannoo kun irratti hundaa’ee hojjetame, yaadxina seenaa deebisanii ijaaruufi yaadxina faayidaalessummaati. Malli qorannichaa, iddatteessuu miti-carraati. Malli iddatteessuu kaayyef ataafi eerumsaa mala odeefkennitootni ittiin filatamaniidha. Isaanis, jaarsolii biyyaafi hojjettoota waajjira Aadaaf Tuuriziimii Aanaa Jimmaa Arjoo keessaa mala iddatteessuu kaayyef ataafi darbaa dabarsaan kan filatamaniidha. Ragaas madda odeef annoo jalqabaafi lammaf aa irraa funaannateera. Isaanis, mala afgaaf ii; marii gareefi galmeelee sakatta’uun walitti qabateera. Odeef annoos mala qulqulleef ataatti gargaaramee ibsuun akkaataa kaayyoo gooreetiin qaaccesseera. Wantootni qaaccef amanis; Afwalaloowwan namoota bebbeekamoo fi kanneen isaan wajjin walitti dhufeenya qabaniiti. Argannoon qorannoo kanaas; Afwalaloowwan namoota bebbeekamoo Aanaa Jimmaa Arjoo keessa jiranii hubatameera. Walumaa galatti, argannoo qorannichaa irratti hundaa’uudhaan, Waajjirri Aadaaf Tuuriziimii aanichaa baajeta qabachuudhaan afwalaloo namoota bebbeekamoo ta’anii irratti qorannoo bal’aa taasisee osoo maxxansiisee filatamaadh en_US
dc.language.iso en_US en_US
dc.title Qaaccessa Qabiyyee Afwalaloo Namoota Bebbeekamoo Aanaa Jimmaa en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account