Jimma University Open access Institutional Repository

Xiinxala Akkaataa Madaallii Walitti Fufaa Gaggeessuu Barsiisota A/O Kutaa 9ffaa M/B Cooraa Baggee Haala Barreessuufi Dubbisuu Xiyyeeffate.

Show simple item record

dc.contributor.author Kadiir Garuu Danboobaa
dc.contributor.author Alamaayyoo Faqqadaa
dc.contributor.author Eristee Akkawaaq
dc.date.accessioned 2022-04-12T08:28:59Z
dc.date.available 2022-04-12T08:28:59Z
dc.date.issued 2021-03-06
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/7019
dc.description.abstract Xiyyeef annoon qorannoo kanaa akkaataa madaallii walitti fufaa barsiisonni Kutaa 9f aa barnoota Afaan Oromoo barsiisan dandeettii dubbisuufi barreessuu barattootaa irratti bu’uuref achuun daree barnootaa keessatti itti fayyadaman adda baasuun xiinxaluudha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan ga’achuuf, qorataan ragaawwan qorannichaa funaanuuf mala qorannoo makaa gargaaramee jira. Mana barumsa Cooraa Baggee sadarkaa 2f aa mala mit-carraa kaayyef ataan kan filateedha.Odeef annoo kennitoonni barsiisotni 6, barattootni 100, koree deeggarsa muummee afaanii, 3,dura bu’aafi itti aanaa 2 fi supparvaayzarri 1 mala iddatteessuu kaayyef ataan hirmaatanii jiru. Gama meeshaa funaansa ragaatiin bargaaf ii barattoota qofaaf dhiyeessuufi afgaaf ii barsiisota, koree deeggarsa muummee afaanii, dura bu’ootaafi supparvaayzaraaf dhiyeessuun akkasumas,karoora guyyaa barsiisota Afaan Ooromoo sakatta’uun ragaan hammamtaafi akkamtaan walitti qabame addaan qoodamuun xiinxalamee jira.Argannoon qorannoo kanaas: barsiisonni mana barumsa Cooraa Baggee Sad.2f aa kutaa 9f aa barnoota Afaan Oromoo barsiisan barattoota isaanii madaaluuf tooftaa muraasa kanneen akka:hojii manaa kennuu, battallee,qormaata giddugaleessaafi xumura semisteeraa qofa kan fayyadaman ta’uu. Ittifufuun, dandeettii barreessuufi dubbisuu barattootaatiif xiyyeef annoon kennamaa ture gad-aanaa ta’uu bira gahameera. Akkasumas, kaayyoo madaallii barachuu barattootaa hubachuuf (assessment of learning) qofa ta’uu isaafi barsiisonni madaallii booda duubdeebii barattoota isaaniitiif kan hin kennine ta’uus bira gahameera. Kanaaf, barsiisonni ogummaa ofii isaanii kan hin fooyyef anne ta’uun isaanii argannoo qorannoo kanaatiin bira gahamee jira. Kanumarraa ka’uun, qoratichi yaada furmaata armaan gadii yoo kaa’u, barsiisonni, tooftaa madaallii adda addattii osoo dhimma bahanii gaarii ta’uufi madaalli irratti hubannoo ga’aa qabaachuuf osoo leenjii addaa addaa argatanii gaarii ta’a.Akkasumas, madaallii kaayyoo sadiif osoo fayyadamanii bayeessa ta’uufi duubdeebii kennuun ogummaa isaanii akka gabbifatan qaamni dhimmi ilaalu osoo hordof ii taasisee gaarii ta’a. Dabalataanis, barsiisonni dandeettii barreessuufi dubbisuu barattootaatiif xiyyeef annoon kennamaa ture gad-aanaa waan ta’eef, yeroo madaallii gaggeessan dandeettiiwwan kanneeniif xiyyeef annoo kennuu akka qaban en_US
dc.language.iso other en_US
dc.title Xiinxala Akkaataa Madaallii Walitti Fufaa Gaggeessuu Barsiisota A/O Kutaa 9ffaa M/B Cooraa Baggee Haala Barreessuufi Dubbisuu Xiyyeeffate. en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account