Jimma University Open access Institutional Repository

Xiinxala Ergaa Ki Itaaba Walaloo Mootii Qubee Fi Kumee Kumaatamaa

Show simple item record

dc.contributor.author Balaachoo Fayyisaa
dc.contributor.author Iristee Akkawaaq
dc.contributor.author Salaamaawwit Tasfaayee
dc.date.accessioned 2025-10-31T07:54:05Z
dc.date.available 2025-10-31T07:54:05Z
dc.date.issued 2023-05-06
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/10010
dc.description.abstract Qorannoon kun xiinxala ergaa walaloowwan kitaaba “Mootii Qubee fi Kumee Kumaatamaa” jedhamu irratti gaggeeffame. Kaayyoon qorannoo kanaas ergaawwan kitaaba walaloowwan filatamanii kallattii hedduun ergaa isaan keessatti argaman adda baasuun xiinxalee dhiyeesseera.Milkaa’inni kaayyoo kanaafis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun adeemsifame.Mala kana keessattis ibsa akkamtaa gargaaramuun sakatta’a dookimeentii gochuun xiinxalli ragaa adeemsifameera.Qorannichi mala waloon ittiin gargaaramee ergaa walaloo dabarse ilaaleera.Akkasumas qorannoonkun ija yaaxxina hwaasummaa bu’uureffachuudhaan gaggeeffameera.Maddi raga qorannichaa madda raga tokkoffaadha. Kanaafuu argannoon qorannichaa barreessaan walaloo kanaa kalaqa isaa dabarsan uummanni Oromoo haala jiruu fi isaanii keessatti walitti dhufeenya cimaa kan qaban ta’uu kan qaban hunda waliin tikfachuu fi qooddachuu ta’uu bira ga’amee jira.Kana waan ta’eef ergaa kallattii gama aadaa,siyaasaa,seenaa fi kanneen biro jiraachuu xiinxaleera.Xumura irratti ergaan kuusaa walaloo kitaaba filatamee dhaamsi inni dabarsu uummanni Oromoo gamtaa cimaa qabuu fi kan qabu hunda walii qooduu akkasumas cimee eeguun labata dhufuuf dabarsuu akka qabaatu hubatameera. en_US
dc.language.iso en en_US
dc.title Xiinxala Ergaa Ki Itaaba Walaloo Mootii Qubee Fi Kumee Kumaatamaa en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account