Fatihaa Abdannuur; Tashoomaa Balaayinaa; Cimdii Waaqumaa
(2024-05-06)
Kaayyoon qorannoo kanaa: Sirrummaa qabiyyee qormaataa xumura seemisteeraa,
xiyyeeffannoo barnootaa Afaan Oromoo kutaa 9ffaa -12ffaa bara 2014 mana barnootaa
Gaattiraa sad. 2ffaatti qophaa’e qaaccessuudha. Qorannichaaf ...