Gammachuu Taaddasaa; Taaxaq Kabbadaa
(2007)
Qo‟annoon kun kan irratti xiyyeeffatu gahumsa barattootni mana
barumsaa sarboo sadarkaa lammaffaa qubeessuu Afaan Oromoo
irratti qaban madaaluudha. Manni barumsaa sarboo kan argamu
naannoo Oromiyaa, Godina Jimma, Aanaa ...