Afan Oromo and Literature
Recent Submissions
-
Yohaannis, Dabalaatiin; Tarrafaa, Mitikuu; Magarsaa, Raggaasaa
(2023-11)
Qorannoon kun mallattummaa Coqorsaa fi Saardoo Aadaa OromooWalisoo Liiban keessatti
jedhu irratti kan gaggeeffamedha.Kaayyoo qorannoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo
akkamtaatti dhimma kan bahame yoo ta‘u,ragaa qorannoo ...
-
Rattaa, Nagaash; Aayyahu, Baacaa; Tarrafaa, Mitikkuu
(2023-11)
Qorannoon kun horsiisa karra-sadeenii Oromoo Ituurratti qoratame. Karra-sadeen jechuun
maqaa waloo loon, gaalaafi re‟een ittiin waamamaniidha. Ragaa qorannichaa funaanuuf tooftaa
iddatteessuu miti-carraa keessaa darbaa ...
-
Ayyehu, Baacaa; Tarrafaa, Mitikkuu; Magarsaa, Raggaasaa
(2023-09)
Qorannoon kunmata duree:Adeemsa araaraa waldhabdee abbaafi ilmaafi raawwii adabbii Ilma
lubbuu abbaa baasee: xiyyeeffannaa Caffee Tumaa Jahan Galaanirratti gaggeeffame.
Qorannichi mala qorannoo akkamtaa ibsaatiinhojjat ...
-
Zaliikaa, Bulaatiin; Magarsaa, Raggaasaa; Waaqtolee, Hayiluu
(2023-09)
Qorannoon kun xiinxala weedduu haadha addooyyee garulee Oromoo Jimmaa Aanaa
Saxxammaa irratti xiyyeeffata. Qorannoo kana qorachuuf mala akkamtaatti dhimma
bahame. Ragaaleen qorannoo kanaas tooftaalee kanneen akka gaaffii ...
-
Sulxaan, Nuuraa; Milkeessaa, Ida’ee; Aayyehu, Baacaa
(2023-06)
Fuudhaafi heerumni ruqoolee keessa lufiinsa jireenyaa keessaa tokko ta’ee, adeemsa
dargaggeessifi shamarreen umriin isaanii gaa’elaaf gahe akkaataa duudhaanifi safuun
hawaasa sanii heeyyamuun gaa’ela raawwachuun waliin ...
-
Mahadii, Mahammad; Tashoomaa, Balaayinaa; Biraanuu, Damee
(2022-03)
Kaayyoon qorannoo kanaa xiinxala dhihannaafi ga’umsa gaaffilee seerlugaa qabiyyee
qormaata xumuraa Afaan Oromoo kutaa 12ffaa barsiisotaan qophaa’anii bara barnootaa 2012fi
2013tti Mana barumsa Sokorruu sad.2ffaatti ...
-
Mulugeetaa, Uummataatiiin; Alamaayyoo, Faqadee
(2014-11)
Kaayyooon qorannichaa itti fayyadama madaallii walitti fufaa barsiisata Afaan Oromoo kutaa
9-12 mana barrumsaa Boojjii Diramajii: xiyyeeffannoon dandeettii barreessuu xiinxaluudha.
Adeemsa madallii walitti fufaan dandeettii ...
-
WAAQJIRAA, TAADDASAA; WAAQJIRAA, TAADDASAA
(2014-02-21)
Axereeraa
Qorannoon kun xiinxala ergaa walaloowwan kitaabilee “Bishaantu Dheebote” fi Karramoo
Karaadha?” jedhamanirratti geggeeffame.Kaayyoon qorannoo kanaas ergaawwan kitaabilee
walaloo filatamanii kallattii hedduun ...
-
Taakkalee, Dabaloo; Alamaayyoo, Faqqadaa; Taayyee, Guddataa
(2022-11)
Kaayyoon Qorannoo kanaa Itti fayyadama afaanii Asoosama Qoraattii Sammuu jedhu irratti
xiyyeeffachuun qaaccessuudha. Ka‟umsi isaatis afoolaafi aadaa Oromoo baay‟ee irratti
qorannoon kan gaggeeffame yommuu ta‟u ogbarruu ...
-
Qorataan, Shaafii Muktaar; Taayyee, Guddata; Shaafii, Muktaar
(2022-03)
Qorannoo tokko yeroo geggeeffamuu ka’umsa qaba. Kunis, af-Walaloo geerarsaa dabo ,af-walaloo
geerarsa gooota fi raawwii afwalaloo geerarsa wal-galaaanaaa Dhidheessaa irratti qorannoon waan
geggeeffameef,geerarsi Laga ...
-
Mahammadkabiir, Shealiyyiitiin; Mahammadkabiir, Shealiyyii; Alamituu, Olii; Alamaayyoo, Faqqadaa
(2022-08)
Qorannoon kun mata duree“Xiinxala unkaafi ergaa walaloo sirba fuudhaafi heeruma
kaadhimatanii fuudhuu” yeroo ta’u, bakki inni irratti adeemsifame ammoo godina Jimmaa
aanaa Qarsaati. Qorannoo kana adeemsisuuf wantoonni ...
-
Cimdii, Waaqumaa; Tashoomaa, Balaayinaa
(2022-08)
Kaayyoon qorannoo kanaa Moggaasa maqaa bakkeewwan beekamoo Godina Iluu Aabbaa Boor
Aanaa Daarimuu irrattidha. Xiyyeeffannoon qorannoo kanaas bu’uura moggaasa maqaa
bakkeewwanii, moggaasni maqaa bakkeewwanii dhaamsa akkamii ...
-
Alamituu, Olii; Mir. Cimdii, Waaqumaa
(2014-08)
Mata dureen qorannoo kanaa Callaqqee ogafaaniifi itti fayyadama afaanii Sirna Wal
Seerrannaa Tuullaa Biyyaa Xiinxaluu yoo ta’u, Kaayyoon qorannoo kanaas callaqqee
ogafaaniifi ergaa itti fayyadama afaanii Sirna Wal ...
-
Ambisaa Leggesee, Margaa; Cimdii, Waaqumaa; Alamituu, Olii
(2015-03)
Qorannoon kun mata duree “Xiinxala Dhiyaanaa Unka fi Hiika Jechoota Saayinsaawaa
Barnoota Fiiziksii Kitaaba Barataa Kutaalee 7 fi 8” jedhu irratti taasifame. Kaayyoon qorannoo
kana jechoota saayinsaawaa kitaabilee kana ...
-
Ahimad, Muktaariin; Tashoomaa, Balaaynaa; Taayyee, Guddataa
(2014-08)
Kaayyoon qorannoo kanaa kitaabilee wabii Afaan Oromoo filataman keessaatti akkaataa
dhihaannaa latoorsa maqibsaa xiinxaluu, haala dhiyeennaaa irratti hanqinoota mul’atan adda
baasuu, yaada furmaataa gama dhihaannaa ...
-
Ambisaa, Leggesee Margaa; Ambisaa, Leggesee Margaa; Cimdii, Waaqumaa; Alamituu, Olii
(2015-03)
Qorannoon kun mata duree “Xiinxala Dhiyaanaa Unka fi Hiika Jechoota Saayinsaawaa
Barnoota Fiiziksii Kitaaba Barataa Kutaalee 7 fi 8” jedhu irratti taasifame. Kaayyoon qorannoo
kana jechoota saayinsaawaa kitaabilee kana ...
-
Mazgabuu, Girmooshaatiin; Gorsaa:Alamaayyoo, Faqqadaa; Gorsaa Gargaaraa, Cimdii Waaqumaa
(2022-01)
Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa,walsimannaa akkaataa barachuu, tarsimoolee barachuu
barattootaafi mala barsiisonni Afaan Oromoo ittiin barsiisan kan mana barumsa sadarkaa
lammaffaa Hoomaafi Sootalloo kutaa 9ffaa ...
-
Saamu’eel, Daani’eel; Taayyee, Guddataa; Alamaayyoo, Faqqadaa
(2022-11)
Qorannoon kun mata duree xiinxala asoosama „Booree 096‟ ija yaaxxina Maarkisiziimiin kan
jedhu irratti kan xiyyeeffatedha. Kaayyoon gooroon qorannoo kanaas qeeqa maarkisizimiirratti
hundaa‟uudhaan asoosama „Booree ...
-
Xilaayee, Warqinaa; Alamituu, Olii; Cimdii, Waaqumaa
(2014-11)
Qorannoon kun Itti Fayyadama Afaanii Asoosama „Bishaan Gubate‟ jedhu irratti xiyyeeffata.
Fayyadama afaanii asoosamoota Oromoo irratti qorannoo gahaan taasifamuu dhabuun
ka‟umsa ijoo qorannichaati. Asoosama filatame kana ...
-
Dassaaleny, Tashoomee; Dr. Tashoomee, Balaayinee; Margaa, Abbabaa
(2014-11)
Kaayyoon guddaan qorannoo kanaa dogoggora keeyyata Afaan Oromootiin barreessuu keessatti
barattootni Yuunivarsiitii Jimmaa digirii jalqabaa waggaa lammaffaa bara 2012 Afaan Oromoofi
Ogbarruu baratan uuman xiinxaluun ...
View more