Saniyaa Hasan; Alamayyoo Faqqadaa; Tashoomaa Balaaynaa
(2022-11)
Kaayyoon qorannoo kanaa qaaccessa dandeettii barreessuu barattootaa mana barumsaa kaarraa Goraa sadarkaa 2ffaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa baratanii irratti kan xiyyeeffatee dha. Ka‟umsi, maddaa fi gosti barreessuu Doggoggora ...