Silashii Lammii Galaan; Tashoomaa Baalaynaa; Cimdii Waaqumaa
(2021-09-06)
Kaayyoon qorannoo kanaa Haala uumsaa Maqaaleefi Gochimootaa kitaabilee wabii Afaan
Oromoo; Caasluga Afaan Oromoo, Newsytematikiifi Serluga Oromoo keessatti xiinxaluudha.
Ka’umsi qorannichaa akkaataa uumamsa maqaaleefi ...