Tamasgeen Sanbaabaa Qorichoo; Tashoomee Balaayinee; Cimdii Waaqumaa
(2022-08)
Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa Xiinxala Hariiroo Hirmaannaa Dareefi Firii Madaallii Barattootaa Manabarumsaa Jimmaa Sadarkaa Lammaffaa kutaa 10ffaa barnoota Afaan Oromoo akka afaan tokkoffaatti baratan xiinxaluudha. Kaayyoo ...