Yohaannis Lachiisaa; Taayyee Guddataa; Tashoomaa Balaaynaa
(2022-08)
Kaayyoon qorannoo kanaa, qabiyyeefi yoomeessaa mammaaksa Oromoo tokkummaa Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti mammaakaman, xiinxaluudha. Qorannoon kun gosa qorannoo akkamtaa waan ta`eef mala qorannoo akkamtaatiin ibsame. Maddi ...