Alamituu Ayyalaa Mirkanaa; Cimdii Waaqumaa
(2025-08-11)
Qorannoon kun kan gaggeeffame Godina Jimmaa Aanaa Maannaa mana barumsaa Yabbuu
sadarkaa 2ffaa lakkoofsa 1 irrattidha. Kaayyoon qorannoo kana dandeettii keeyyata barreessuu
barattoota kutaa 11ffaa xiinxaluudha. Saxaxni ...