Shaafii Taaffasaa; Tashoomaa Balaayinaa; Alamaayyoo Faqqadaa
(2023-07-06)
Kaayyoon qorannoo kanaa, haala raawwii shaakala dandeettii dubbisuu barsiisuu
barsiisotaa:haala barnoota Afaan Oromoo kutaa 9ffaa fi 10ffaa xiinxaluudha. Ka‟umsi
qorannoo kanaa, barattoonni hedduun rakkoo dubbisa ...