Jimma University Open access Institutional Repository

Afaan oromoo qubeessuu irratti gahumsa barattootni mana barumsaa sarboo sadarkaa 2ffaa kutaa 9ffaa qaban madaaluu

Show simple item record

dc.contributor.author Gammachuu Taaddasaa
dc.contributor.author Taaxaq Kabbadaa
dc.date.accessioned 2020-11-26T11:45:55Z
dc.date.available 2020-11-26T11:45:55Z
dc.date.issued 2007
dc.identifier.uri http://10.140.5.162//handle/123456789/244
dc.description.abstract Qo‟annoon kun kan irratti xiyyeeffatu gahumsa barattootni mana barumsaa sarboo sadarkaa lammaffaa qubeessuu Afaan Oromoo irratti qaban madaaluudha. Manni barumsaa sarboo kan argamu naannoo Oromiyaa, Godina Jimma, Aanaa Qorsaa magaalaa sarbootti yemmuu ta‟u yuunivarsitii Jimma irraa kiilomeetira digdamii lama (22km) fagaata. Kaayyoon qo‟annoo kanaas gahumsa barattootni kutaa 9ffaa mana barumsaa sarboo qubeessuu Afaan oromoo irratti qaban addaan baafachuu, akkasumas gama barsiisota mana barumsaa kanaatiin maal akka fakkaatu madaaluudha. Qo‟ataan odeeffannoo funaanuuf madda odeeffannoo tokkoffaatti fayyadameera. Madden kunis bargaaffii, Afgaaffii, habbuurraa fi qormaata kennuudhaan ture. Qo‟ataan erga odeeffannoo funaaneen booda tooftaalee garaagaraa fayyadamuudhaan odeeffannoo qacceesseera. Walumaa galatti, qo‟ataan argannoo qo‟annoo karaa irratti hundaa‟uudhaan yaada furmaataa kennee barattootni qubeessuu Afaan oromoo irratti shaakala dandeettii barreessuu irratti akka xiyyeeffataniif jajjabeesseera. en_US
dc.language.iso other en_US
dc.title Afaan oromoo qubeessuu irratti gahumsa barattootni mana barumsaa sarboo sadarkaa 2ffaa kutaa 9ffaa qaban madaaluu en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account