dc.contributor.author | Aayyehu Baacaa | |
dc.date.accessioned | 2021-01-18T07:55:28Z | |
dc.date.available | 2021-01-18T07:55:28Z | |
dc.date.issued | 2009-12 | |
dc.identifier.uri | https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/4981 | |
dc.description.abstract | Qoranannoon kun aadaa haraa eelaa Oromoo Booranaa Aanaa Drree irratti xiyyeeffata. Gaafa qorannoo kanaa qoradhu malleen qorannoo af gaaffii fi Marii garee fayyadamee jira. Kayyoon qorannoo kanaa aadaa haraa eelaa Oromoo Booranaa kan Godina Booranaa Aanaa Dirree ibsuudha. Waanti qorannoon kuni barbaachiseef waa,ee aadaa haraa eelaa kana bifa barreeffamanis ta,ee dhaloota dhufu dhaalchisuudha. Waluumaa galatti Ani qorannoo kana yeroo goolabu akka yaada cuunfaati maalumaa fi barbaachisummaa haraa eelaa aadaa in gadaa keessatti qabu addeesse jira. Akka yaada furmaataatis aadaan haraa eelaa kun bifa barreeffaman ol kawwame akka dhaloota dhalootatti dadarbu qabu addeesseera | en_US |
dc.language.iso | en | en_US |
dc.title | Aadaa Haraa Eelaa Oromoo Booranaa Waraqaa Qorannoo Ulaagaa Digirii Jalqaba Fookloorii Fi Og-Barruu Oromoon Guuttachuuf Muummee Fookloorii Fi Og-Barruu Oromootiif Dhiyaate | en_US |
dc.type | Thesis | en_US |