Jimma University Open access Institutional Repository

Xiinxala Sirna (Ideology) Asoosamoota Isaayyaas Hordofaa Lama Keessatti

Show simple item record

dc.contributor.author Yoonaas Biraasaa Olaanaa
dc.contributor.author Taayyee Guddataa
dc.contributor.author Yeshii Itichaa
dc.date.accessioned 2022-03-10T07:40:40Z
dc.date.available 2022-03-10T07:40:40Z
dc.date.issued 2021-09-06
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/6667
dc.description.abstract Qorannoon kun Asoosamoota Isaayyaas Hordofaa Hawwiifi Yoomi Laataa? Gama sirnaan (Ayidooloojiin) xiinxaluu irraatti kan xiyyeef ateedha. Gosti qorannoo kanaas gosa qorannoo ibsaa yookaan qulqulleef ataa yoo ta’u odeef annoon argamaani mala akkamtaan xiinxalamanii ibsamuun dhiyaataniiru. Iddattoon qorannichaas Asoosamoota Sirna (Ayidooloojii) garaa garaa irraatti hundaa’uun barreef aman keessaa Asoosamoota Isaayyaas Hordofaa lameen Hawwiifi Yoomi Laataa? Qofa irraatti kan daangef ameedha. Meeshaaleen funaansa ragaalee qorannicha keessaatti dhimma itti bahames madda raga lammaf aa kan ta’e sakattaa’a dookumentii (Harshammee) qofadha.Odeef annoon mala kanaan argamanis mataduree garaa garaatti caccabuun mala akkamtaa fayyadamuun qaaccef amaniiru. Haaluma kanaan, xiinxala adeemsifame kanaanis, argannoowwan: Sirnoonni gurguddoon Asoosamoota Hordofaa Hawwiifi Yoomi Laataa? Keessaatti calaqqisaani Sirna (Ayidooloojii) Siyaasaa, Hawwaasummaa, Amantaafi diinagdeen isaan ijoo yommuu ta’an Sirnoonni (Ayidooloojoonni) kunneen uummata Oromoo Amantaa isaa, Aadaafi duudhaa isaa, Afaan isaafi waliigala eenyummaafi jiruuf jireenya isaa hunda akka itti dhabu taasisaa turuu; Sirnoonni (Ayidooloojoonni) yeroo sana turaaniifi wantoonni uummata Oromoo irraatti dalagamaa ture garaa garummaa guddaa qabaachuu yommuu ta’an, argannoowwan kanaafis yaboo waaraan kan dhiyaatan yommuu ta’u, isaan keessaa ijoon, Rakkoo hamaan bara asana keessa Leellistoota Sirna Nafxanyaan Uummaaa Orommoorraan gahaa ture har’as mataa dhokfatee eddo garaa garaatti bifa jijjiirratee mul’ataa waan jiruuf, kana beekee dammaquun lagaan, qomoon, amantaan walqooduu dhiisee tokkummaa isaa jabeef achuun birmadummaasaa mirkaneef en_US
dc.title Xiinxala Sirna (Ideology) Asoosamoota Isaayyaas Hordofaa Lama Keessatti en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account