Jimma University Open access Institutional Repository

Qaaccessa Haala Dhiyaannaa Latoorsa Maqibsa Afaan Oromoo: Kitaabilee Wabii Filataman Keessatti

Show simple item record

dc.contributor.author Ahimad, Muktaariin
dc.contributor.author Tashoomaa, Balaaynaa
dc.contributor.author Taayyee, Guddataa
dc.date.accessioned 2023-03-03T08:41:12Z
dc.date.available 2023-03-03T08:41:12Z
dc.date.issued 2014-08
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/7994
dc.description.abstract Kaayyoon qorannoo kanaa kitaabilee wabii Afaan Oromoo filataman keessaatti akkaataa dhihaannaa latoorsa maqibsaa xiinxaluu, haala dhiyeennaaa irratti hanqinoota mul’atan adda baasuu, yaada furmaataa gama dhihaannaa kanaatiin ta’uu qabu lafa kaa’uudha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan gahuuf maddi ragaalee madda raga sadarkaa tokkoffaa kan ta’e Sakkatta'a kitaabilee filataman kanneeniiti. Akaakuun qorannoo kanaa akkamtaa waan ta’eef, Odeeffannooleen funaannaman irratti hundaa'uun qaaccessa taasifameen kitaabileen wabii kunniin haalli dhiheessa latoorsa maqibsaa, qaawa kitaabonni kunniin qaban adda baasuun qaawwi isaanii adda bahee jira. Kanaaf, adda addummaa qabiyyee walfakkaataa irratti jiru dhabamsiisuuf' qopheessitootni kitaabilee wabii waliin mari'achuu, hanqina gama dhihaannaatiin mul'atu qorannoo qeeqa kitaaba isaanii irratti taasifame yeroo yeroon sakkatta'uun fooyyessuufi kitabileen yemmuu qophaa'an hayyoota afaanii gulaalchisuun barbaachisaa akka ta'e qoronnoo kana keessatti ibsameera. Walumaagalatti, qorannoon kun xiinxala dhihaannaa latorsa maqibsaa irratti kan adeemsifameefi hanqina kitaabilee kanneenii eeruun yaadni furmaataa yaboo qorannichaa keessatti kaa’amee jira en_US
dc.language.iso en en_US
dc.title Qaaccessa Haala Dhiyaannaa Latoorsa Maqibsa Afaan Oromoo: Kitaabilee Wabii Filataman Keessatti en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account