Jimma University Open access Institutional Repository

XIINXALA ERGAA WALALOOWWAN KITAABILEE “BISHAANTUDHEEBOTEE FI KARRAMOO KARAADHA?” JEDHU

Show simple item record

dc.contributor.author WAAQJIRAA, TAADDASAA
dc.contributor.author WAAQJIRAA, TAADDASAA
dc.date.accessioned 2023-06-29T11:21:00Z
dc.date.available 2023-06-29T11:21:00Z
dc.date.issued 2014-02-21
dc.identifier.uri https://repository.ju.edu.et//handle/123456789/8240
dc.description.abstract Axereeraa Qorannoon kun xiinxala ergaa walaloowwan kitaabilee “Bishaantu Dheebote” fi Karramoo Karaadha?” jedhamanirratti geggeeffame.Kaayyoon qorannoo kanaas ergaawwan kitaabilee walaloo filatamanii kallattii hedduun ergaa isaan keessatti argaman adda baasuun xiinxalee dhiyesseera.Milkaa‟ina kaayyoo kanaafis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun adeemsifame.Mala kana keessattis ibsa akkamtaa (qualitative descreptive) gargaaramuun sakkatta‟a dookumentii gochuun xiinxallii ragaa adeemsifameera.Qorannichi tooftaa yookiin teekinikoota waloon ittiin gargaaramee ergaa walaloon dabarse ilaaleera.Akkasumas qorannoon kun ija yaaxxina hawaasummaa bu‟uureffachuun geggeeffameera.Maddi raga qarannichaas madda raga tokkoffaadha.Qoratichi xiinxala ragaalee erga taasiseen goolabarra ga‟e.Waan kana ta‟eef,dhaamsawwan yookiin ergaalee kallattii gama hawaasummaa, amantii,siyaasaa, seenaafi kanneen biroon jiraachuu xiinxaleera.Dhumarratti ergaan kuusaa walaloowwan kitaabilee filatamani dhaamsi isaan dabarsan hawaasni Oromoo kan gamtaa yookiin hariiroo cimaa qabuufi waan qabu hunda waliif qooduun, jabeeffatee eeguun dhaloota dhufuuf dabarsuu akka qabu hubatameera. en_US
dc.title XIINXALA ERGAA WALALOOWWAN KITAABILEE “BISHAANTUDHEEBOTEE FI KARRAMOO KARAADHA?” JEDHU en_US
dc.type Thesis en_US


Files in this item

This item appears in the following Collection(s)

Show simple item record

Search IR


Browse

My Account