dc.description.abstract |
Qorannoon kun mallattummaa Coqorsaa fi Saardoo Aadaa OromooWalisoo Liiban keessatti
jedhu irratti kan gaggeeffamedha.Kaayyoo qorannoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo
akkamtaatti dhimma kan bahame yoo ta‘u,ragaa qorannoo kanaaf barbaachisuu funaanuuf mala
funaansa ragaalee kan ta‘an keessaa gaaffii afaaniin,marii garee xiyyeeffannoofi daawwannaan
dirreeyerooqorannoonkungaggeeffamukeessattijilootadeemsifamaanirrattitaasifameejira.Qaacces
sa ragaalee mala funaansa ragaalee armaan olitti eeraman kanaan funaannaman irraa ragaan
argameakkamul‘isuttimallattummaanCoqorsaafiSaardooaadaaOromooWalisooLiibankeessattidu
udhaaleehawaasummaa,amantaa,falaasama,beekumsa,qaroomina,seenaafihaalajiruufijireenyaha
waasichaa irratti hundaa‘ee jiloota hawaasichi gaggeefatu keessatti kan mul‘atudha.Haaluma
kanaan jiloota hawaasichi gaggeeffatu keessaa jiloonii amantaa fi al-amantaa ta‘aan,jechuun
aadaafi duudhaalee hawaasa naannoo qorannoon kun gaggeeffamee ibsaan qorannoo kana jalatti
kanneen Coqorsaa fiSaardoo qabateeraa wwiiwwan raawwatu addeeffamaniirruu.
Dabalatanis,bakka ragaan suuraan argamettis suuraan deeggaramee dhiyaateera.Xinxala
mallatummaa Coqorsaa fi Saardoo Aadaa Oromoo Walisoo Liiban kana irraa kan hubachuun
danda‘amu,ummatni kun beekumsa naannoo uumamaa,aadaa,amantaa,duudhaalee
hawaasaa,siyaasaafi jireenya hawaasummaa gadi fageenyaan kan qabu ta‘uu isaafi beekumsi kun
kunnuunfamee,guddatee,dhalootaaf akka darbuu gochuun barbaachisaadha. |
en_US |