Dabalaa Mul’ataa; Cimdii Waaqumaa; Soofiyaa Useen
(2024-08-27)
Kaayyoo guddaan qorannoo kanaa Madaallii Dandeettii Barreessuu Barattootaa Dhimmoota
Adda Addaa kan akka:xalayaa barreessuu,himata barreessuu,abbaltii, qormaata,hojii
manaa,gabaasa barreessan keessatti haala mana ...