Baaruu Tasfaayee Fufaa; Iristee Akkawaaq; Abdusalaam A/ Olii
(2023-03-18)
Kaayyoo gooroo qorannoo kanaa asoosama Dheeraa Ededa bu’uura yaadxina bifiyyeen
xiinxaluudha. Xiinxalli kun, akkaata itti yaadxina bifiyyeen asoosama xiinxalaan irratti
ogummaa kan cimsuufi hubannoo namootaaf kan ...