Jimma University Open access Institutional Repository

Browsing Oromo Folklore and Literature by Author "Taayyee Guddataa"

Browsing Oromo Folklore and Literature by Author "Taayyee Guddataa"

Sort by: Order: Results:

  • Bijigaa Kabbadaa; Taayyee Guddataa; Alamituu Olii (2021-09-01)
    Hanga ammaatti qorannoon faarulee dhimma haadhaan walqabatanii jiran irratti gadfageenya gaggeef ame bal’inaan hinjiru.Qorataan kun ergaa faaruu haadhaa godina Wallaggaa Lixaa xiinxaluuf murteesse.Kaayyoon ijoo qorannoo ...
  • Mangistuu Ashabbir Hordofaa; Taayyee Guddataa; Iristee Akkawaaq (2021-01-06)
    Qorannichi kan geggeef ame, ‘Qaaccessa Qabiyyee Afwalaloo Namoota Bebbeekamoo Aanaa Jimmaa Arjoo’ irrattiidha. Ka’umsi isaas, afwalaloowwan namoota bebbeekamoo aanicha keessatti beekamoo ta’an carraa qorannoo dhabuun ...
  • Bilisee Irranaa Garbii; Taayyee Guddataa; Mahaadii Huseen (2021-01-06)
    Qorannoon kun asoosamoota dheeroo Yaadaafi Madaa Ciqilee jedhaman qeeqa xiinsammuutiin qeequu irratti xiyyeef ate.Ka’umsi qorannoo kanaas, asoosamoonni Afaan Oromoon barreef aman babal’ataa jiraatanis qorannoon firiiwwan ...
  • Raabiyaa Sharafuu; Taayyee Guddataa; Abdussalaam Abbaa Olii (2024-08-18)
    Qorannoon kun qeeqa asoosama dheeraa 'Imimmaan Haadhaa' Ija Yaadxina seenawaan jedhu irratti xiyyeeffata. Kaayyoon qorannoo kanaas asoosama filatame ija yaadxina seenawaan qeequdha. Milkaa’ina kaayyoo kanaafis mala ...
  • Dassaaleny Nagarii; Taayyee Guddataa; Abdusalaam Abbaa Olii (2021-01-06)
    Qorannoon kun mata-duree Xiinxala Ergaa afwalaloo Sirba Geelloo Oromoo Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaana irratti xiyyeeffachuun kan gaggeeffamedha. Ka’umsa qorannoo kanaaf sababni inni guddaan, uummata Oromoo ...
  • Taarikuu Dhinsaa Jabeessaa; Taayyee Guddataa; Abdusalaam Abbaa Olii (2024-09-11)
    Qorannoon kun kan geggeeffame xiinxala ergaa sirboota Oromoo baroota 2021-2022tti bahan haala walqabaatinsa siyaasa Oromoo irratti kan xiyyeeffatudha. Haaluma kanaan, qorannoon kun kan xiyyeeffatu sirboota Nuti maal ...
  • Waaqjiraa Taaddasaa; Taayyee Guddataa; Alamituu Olii (2021-01-06)
    Qorannoon kun xiinxala ergaa walaloowwan kitaabilee “Bishaantu Dheebote” fi Karramoo Karaadha?” jedhamanirratti geggeeffame.Kaayyoon qorannoo kanaas ergaawwan kitaabilee walaloo filatamanii kallattii hedduun ergaa isaan ...
  • Yoonaas Biraasaa Olaanaa; Taayyee Guddataa; Yeshii Itichaa (2021-09-06)
    Qorannoon kun Asoosamoota Isaayyaas Hordofaa Hawwiifi Yoomi Laataa? Gama sirnaan (Ayidooloojiin) xiinxaluu irraatti kan xiyyeef ateedha. Gosti qorannoo kanaas gosa qorannoo ibsaa yookaan qulqulleef ataa yoo ta’u odeef ...

Search IR


Browse

My Account