Jimma University Open access Institutional Repository

Browsing College of Social Sciences and Humanities by Author "Iristee Akkawaaq"

Browsing College of Social Sciences and Humanities by Author "Iristee Akkawaaq"

Sort by: Order: Results:

  • Mangistuu Ashabbir Hordofaa; Taayyee Guddataa; Iristee Akkawaaq (2021-01-06)
    Qorannichi kan geggeef ame, ‘Qaaccessa Qabiyyee Afwalaloo Namoota Bebbeekamoo Aanaa Jimmaa Arjoo’ irrattiidha. Ka’umsi isaas, afwalaloowwan namoota bebbeekamoo aanicha keessatti beekamoo ta’an carraa qorannoo dhabuun ...
  • Birhaanee Lachiisaa; Iristee Akkawaaq; Taaddasaa Hirphaa (2024-11-11)
    Ogbarruun hojii kalaqaa bifa barreeffamaafi afoolaatiin mul’atu ta’ee, jechootatti dhimma bahuun waa’een jireenya namaa namaan qindaa’ee deebi’ee namaaf kan dhiyaatudha. Asoosamni hojiilee kalaqaa keessaa tokko ta’ee ...
  • Muniiraa Awwal; Iristee Akkawaaq; Abdulsalaam A/ Olii (2024-08-11)
    Qorannoon kun “Qeeqa Asoosama Dheeraa “Galaa Dhiigaa” Ija Yaaxina Dubartummaatiin” jedhu irratti kan gaggeffamedha. Kaayyoo qorannoo kanaas asoosama Galaa Dhiigaa ija yaaxina dubartummaatiin qeequdha.Milkaa’ina kaayyoo ...
  • Baaruu Tasfaayee Fufaa; Iristee Akkawaaq; Abdusalaam A/ Olii (2023-03-18)
    Kaayyoo gooroo qorannoo kanaa asoosama Dheeraa Ededa bu’uura yaadxina bifiyyeen xiinxaluudha. Xiinxalli kun, akkaata itti yaadxina bifiyyeen asoosama xiinxalaan irratti ogummaa kan cimsuufi hubannoo namootaaf kan ...
  • Gaaddisee Goobanaa; Iristee Akkawaaq; Taaddasaa Hirphaa (2024-03-27)
    Qorannoon kun asoosamoota Afaan Oromoon bareeffamanii jiran keessaa asoosama dheeraa Kudhaama Jaalala irratti Ija yaadiddama xiinsammuutiin xiinxaluun dhiheessuudha. Ka`umsi qorannichaas qorannoon kallattii garaagaraatiin ...
  • Gaaddisee Goobanaa; Iristee Akkawaaq; Taaddasaa Hirphaa (2025-01-27)
    Qorannoon kun asoosamoota Afaan Oromoon bareeffamanii jiran keessaa asoosama dheeraa Kudhaama Jaalala irratti Ija yaadiddama xiinsammuutiin xiinxaluun dhiheessuudha. Ka`umsi qorannichaas qorannoon kallattii garaagaraatiin ...
  • Caalii Oliiqaa Aagaa; Cimdii Waaqumaa; Iristee Akkawaaq (2014-12-21)
    Xiyyeeffannoon qorannoo kanaa xiinxala dandeettii dubbisuu barsiisuu hojiirra oolchuu barsiisota da ree barnoota Afaan Oromoo keessatti: Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Begiitti manneen barnootaa mootummaa sadarkaa lammaffaa ...
  • Gaarummaa Lammeessaa; Iristee Akkawaaq; Margaa Ababbaa (2025-05-27)
    Qorannoon kun kan gaggeeffame diraamaa Afaan Oromoo Kiyyoo irrattidha. Kaayyoon dimshaashaa qorannoo kanaa, ergaa diraamaa Afaan Oromoo Kiyyoo kutaa 61 qabu keessa jiran kan xiinxaledha. Sababni mata dureen kun ...
  • Balaachoo Fayyisaa; Iristee Akkawaaq; Salaamaawwit Tasfaayee (2023-05-06)
    Qorannoon kun xiinxala ergaa walaloowwan kitaaba “Mootii Qubee fi Kumee Kumaatamaa” jedhamu irratti gaggeeffame. Kaayyoon qorannoo kanaas ergaawwan kitaaba walaloowwan filatamanii kallattii hedduun ergaa isaan keessatti ...
  • Abboomaa Bayyanaa Galata; Eebbaa Tarreessaa; Iristee Akkawaaq (2021-01-06)
    Kaayyoon qorannichaa unkaa fi hiika sirba arrabsoo cidhaa kallattii caasaa afaaniin xiinxaluudha. Unka caasaalee afaanii dhamsaga,jecha,gaalee fi ciroo sirba kana keessatti hojiirra oolan adda baasuun ibsuu. Hiika ...

Search IR


Browse

My Account