Alamnash Lataa; Taayyee Guddataa; Salamaawit Tasfaayee
(2024-06-07)
Kaayyoon gooroo qorannoo kanaas, qaaccessa dhaamsa oduu durii Oromoo Godina Shawaa Lixaa keessa
jiru qorachuudha. Barbaachisummaan qorannoo kanaa, falaasama Oromoo kan ta’e oduu durii hawaasni
qabu kana walitti qabuun ...