Mabraatee Lammaatiin; Alamaayyoo Faqqadaa; Cimdii Waaqumaa
(2024-08)
Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa itti fayyadama malleen dubbii kitaaba asoosama Madaa
Qubaa xiinxaluudha. Gosti qorannoo kana keessatti hojiirra oole qorannoo qulqulleeffataati.
Maddi ragaa tokkoffaa kunis kitaaba asoosama ...