Zarfee, Adaaneetiin; Tashoomaa, Balaaynaa; Alamaayyoo, Faqqadaa
(2014-11)
Kaayyoon qorannoo kanaa xaxima Afaan Oromoo durduriiwwanii filataman keessatti akaakuu
isaa, tajaajila hima hirkatoo isaa xinxaluudha. Ka’umsi qorannichaa ammoo, qorannoowwan
xaximaan walqabatan haala dhihaannaa kitaabota ...